|
SHEEXANOOTA BARDHIBBEE 21-FFAA: Kutaa Sadaffaa |
|
Saturday, 06 February 2010 |
|
Taammanaa Bitimaa irraa
Barreeffata kana
kutaa lam maffaa keessatti, "--- sabbuun,
ifeen, meetiin, sibiilboorri, s ibiildeemaan, bunni, kakawoon, jibriin
(jirbiin), kudiraa fi fudiraan Afrikaanota keenyaa isaan Faranjoota
Oroppaatiin koloneeffamanii barruu koloneeffattotaa keessatti-woo
hafee, kan Oromiyaa, kan dhalawwan Kuushii fi kan warra kaan isaan
Habashootan dagabaafamanii-woo barruu eenyu keessatti hafe-laa? Ammallee
barruu eenyuu faa keessa jira-laa? Isa kanaa fi kanneen biroo kutaa
sadaffaa keessatti walumaan ilaallaa", jedhameeti
tureeyyu. Kunoo amma, isa waadaan galameef sanitu dhiyaataa mee yeroo fi
fedhiin isiniif hayyame barreeffata kana duukaa buaa!
|
|
Read more...
|